17 : 78
أَقِمِ ٱلصَّلَوٰةَ لِدُلُوكِ ٱلشَّمۡسِ إِلَىٰ غَسَقِ ٱلَّيۡلِ وَقُرۡءَانَ ٱلۡفَجۡرِۖ إِنَّ قُرۡءَانَ ٱلۡفَجۡرِ كَانَ مَشۡهُودٗا
Aduun dabuu irraa hanga dukkana halkaniitti salaata (ulaagaa ishee guutii) gadi dhaabi. qur'aana (Salaata fajriis) (sagadi). qur'aanni (Salaanni) fajrii (maleykaadhaan) dhufamaa ta’eera.