Skip to content
النَّحل /

Ayah 91

16 : 91

Ayah 91 of النَّحل (16 : 91). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

النَّحل Ayahs 128
Surah · النَّحل
oromoo · Ababor
16 : 91

وَأَوۡفُواْ بِعَهۡدِ ٱللَّهِ إِذَا عَٰهَدتُّمۡ وَلَا تَنقُضُواْ ٱلۡأَيۡمَٰنَ بَعۡدَ تَوۡكِيدِهَا وَقَدۡ جَعَلۡتُمُ ٱللَّهَ عَلَيۡكُمۡ كَفِيلًاۚ إِنَّ ٱللَّهَ يَعۡلَمُ مَا تَفۡعَلُونَ

Yeroo waadaa seentan waadaa Rabbii guutaa. Kakuu eega ishee jabeessitanii booda hin diiginaa dhugumatti Rabbiin kan ragaa of irratti gootan taatanii. Dhugumatti Rabbiin waan isin hojjattan ni beekaa.