Skip to content
التوبَة /

Ayah 30

9 : 30

Ayah 30 of التوبَة (9 : 30). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

التوبَة Ayahs 129
Surah · التوبَة
oromoo · Ababor
9 : 30

وَقَالَتِ ٱلۡيَهُودُ عُزَيۡرٌ ٱبۡنُ ٱللَّهِ وَقَالَتِ ٱلنَّصَٰرَى ٱلۡمَسِيحُ ٱبۡنُ ٱللَّهِۖ ذَٰلِكَ قَوۡلُهُم بِأَفۡوَٰهِهِمۡۖ يُضَٰهِـُٔونَ قَوۡلَ ٱلَّذِينَ كَفَرُواْ مِن قَبۡلُۚ قَٰتَلَهُمُ ٱللَّهُۖ أَنَّىٰ يُؤۡفَكُونَ

Yahuudonni “Uzayr ilma Rabbiiti” jedhan. Kiristaanonni “Masiih ilma Rabbiiti” jedhan. Kun jecha isaanii kanuma afaanoowwan isaaniiti. Jecha isaan duraan kafaraniitti ni fakkeessu. Rabbi isaan haa abaaru, akkamitti (dhugaa irraa) garagalu!