Skip to content
النَّمل /

Ayah 88

27 : 88

Ayah 88 of النَّمل (27 : 88). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

النَّمل Ayahs 93
Surah · النَّمل
oromoo · Ababor
27 : 88

وَتَرَى ٱلۡجِبَالَ تَحۡسَبُهَا جَامِدَةٗ وَهِيَ تَمُرُّ مَرَّ ٱلسَّحَابِۚ صُنۡعَ ٱللَّهِ ٱلَّذِيٓ أَتۡقَنَ كُلَّ شَيۡءٍۚ إِنَّهُۥ خَبِيرُۢ بِمَا تَفۡعَلُونَ

Gaarreen kan dhaabbattu ta’uu ishee sehaa argita odoo isheen akka duumessaatti deemtuu. Hojii Rabbii wanta hunda jabeessee [ilaali] Inni waan isin hojjattan keessa beekaadha.