2 : 117
بَدِيعُ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلۡأَرۡضِۖ وَإِذَا قَضَىٰٓ أَمۡرٗا فَإِنَّمَا يَقُولُ لَهُۥ كُن فَيَكُونُ
(Inni) argamsiisaa samiifi dachiiti, Yeroo dhimma wahii murteesses, wanti Inni isaan jedhu argamii qofa; yeroma san argama.
Ayah 117 of البَقَرَة (2 : 117). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.