Skip to content
المَائدة /

Ayah 38

5 : 38

Ayah 38 of المَائدة (5 : 38). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

المَائدة Ayahs 120
5 : 38

وَٱلسَّارِقُ وَٱلسَّارِقَةُ فَٱقۡطَعُوٓاْ أَيۡدِيَهُمَا جَزَآءَۢ بِمَا كَسَبَا نَكَٰلٗا مِّنَ ٱللَّهِۗ وَٱللَّهُ عَزِيزٌ حَكِيمٞ

Hattichaafii hattittii harkoowwan isaan lamaanii muraa galata waan isaan dalaganiif, jiilchaa Rabbi irraa ta'eef jecha. Rabbiin injifataa, ogeessa.