Skip to content
سَبإ /

Ayah 22

34 : 22

Ayah 22 of سَبإ (34 : 22). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

سَبإ Ayahs 54
Surah · سَبإ
oromoo · Ababor
34 : 22

قُلِ ٱدۡعُواْ ٱلَّذِينَ زَعَمۡتُم مِّن دُونِ ٱللَّهِ لَا يَمۡلِكُونَ مِثۡقَالَ ذَرَّةٖ فِي ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَلَا فِي ٱلۡأَرۡضِ وَمَا لَهُمۡ فِيهِمَا مِن شِرۡكٖ وَمَا لَهُۥ مِنۡهُم مِّن ظَهِيرٖ

(Yaa Muhammad!) “mee isaan Rabbiin ala (gooftoleedha) jettan sana waammadhaa, Samiileefi dachii keessatti waan hanga ulfina atomiillee hin qaban. Isaan lamaan (samiifi dachii) keessattis qoodni isaaniif hin jiru. Isaaf (Rabbiif) gargaaraan isaan irraa ta’e tokkollee hin jiru.