Skip to content
البَقَرَة /

Ayah 257

2 : 257

Ayah 257 of البَقَرَة (2 : 257). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

البَقَرَة Ayahs 286
2 : 257

ٱللَّهُ وَلِيُّ ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ يُخۡرِجُهُم مِّنَ ٱلظُّلُمَٰتِ إِلَى ٱلنُّورِۖ وَٱلَّذِينَ كَفَرُوٓاْ أَوۡلِيَآؤُهُمُ ٱلطَّٰغُوتُ يُخۡرِجُونَهُم مِّنَ ٱلنُّورِ إِلَى ٱلظُّلُمَٰتِۗ أُوْلَٰٓئِكَ أَصۡحَٰبُ ٱلنَّارِۖ هُمۡ فِيهَا خَٰلِدُونَ

Rabbiin gargaaraa warra amananiiti, Dukkanoota irraa gara ifaatti isaan baasa. Warri kafaran gargaartonni isaanii xaaghuuta; Ifa irraa gara dukkanootaatti isaan baasu. Isaan sun warra ibiddaati; isaan ishee keessatti hafoodha.