Skip to content
البَقَرَة /

Ayah 168

2 : 168

Ayah 168 of البَقَرَة (2 : 168). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

البَقَرَة Ayahs 286
2 : 168

يَٰٓأَيُّهَا ٱلنَّاسُ كُلُواْ مِمَّا فِي ٱلۡأَرۡضِ حَلَٰلٗا طَيِّبٗا وَلَا تَتَّبِعُواْ خُطُوَٰتِ ٱلشَّيۡطَٰنِۚ إِنَّهُۥ لَكُمۡ عَدُوّٞ مُّبِينٌ

isinYaa namootaa! Waan dachii keessa jiru irraa halaala gaarii ta’e nyaadhaa,Tarkaanfiilee sheyxaanaa hin hordofinaa, Dhugumatti, inni isiniif diina ifa bahaadha.