Skip to content
الكَهف /

Ayah 83

18 : 83
الكَهف Ayahs 110
Surah · الكَهف
oromoo · Ababor
18 : 83

وَيَسۡـَٔلُونَكَ عَن ذِي ٱلۡقَرۡنَيۡنِۖ قُلۡ سَأَتۡلُواْ عَلَيۡكُم مِّنۡهُ ذِكۡرًا

Zulqarnayni irraas si gaafatu “Ani isa irraa oduun isin irratti dubbisuuf jira” jedhi.

Explanation & meanings · 1
  1. zulqarneyni kan gaafa lamaa jechuudha.mootii gaariidha. dachii bahaa dhiha deemuu Rabbi isaaf mijjeesse. diinitti yaamuu tajaajila hawaasummaa kkaa kaarra jaaree irraa chfuuti hojjae.