Skip to content
الإسرَاء /

Ayah 13

17 : 13
الإسرَاء Ayahs 111
17 : 13

وَكُلَّ إِنسَٰنٍ أَلۡزَمۡنَٰهُ طَٰٓئِرَهُۥ فِي عُنُقِهِۦۖ وَنُخۡرِجُ لَهُۥ يَوۡمَ ٱلۡقِيَٰمَةِ كِتَٰبٗا يَلۡقَىٰهُ مَنشُورًا

Nama hundayyuu hojii isaa morma isaatti rarraafnee jirra, Guyyaa Qiyaamaa kitaaba isaaf baafna. banamaa tahee inni isa argata..