Skip to content
الإسرَاء /

Ayah 12

17 : 12
الإسرَاء Ayahs 111
17 : 12

وَجَعَلۡنَا ٱلَّيۡلَ وَٱلنَّهَارَ ءَايَتَيۡنِۖ فَمَحَوۡنَآ ءَايَةَ ٱلَّيۡلِ وَجَعَلۡنَآ ءَايَةَ ٱلنَّهَارِ مُبۡصِرَةٗ لِّتَبۡتَغُواْ فَضۡلٗا مِّن رَّبِّكُمۡ وَلِتَعۡلَمُواْ عَدَدَ ٱلسِّنِينَ وَٱلۡحِسَابَۚ وَكُلَّ شَيۡءٖ فَصَّلۡنَٰهُ تَفۡصِيلٗا

Halkaniifi guyyaa mallattoo lama taasifnee jirra. Mallattoo halkanii (dukkanaan) haguugnee, mallattoo guyyaa immoo ifa goone, Akka tola Gooftaa keessan irraa ta’e barbaaddaniifi, akka lakkoofsa waggootaafi herregas beektaniif (kana goone). Waan hunda addaan baafnee isa addeessinee jirra.