Skip to content
النَّحل /

Ayah 78

16 : 78

Ayah 78 of النَّحل (16 : 78). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

النَّحل Ayahs 128
Surah · النَّحل
oromoo · Ababor
16 : 78

وَٱللَّهُ أَخۡرَجَكُم مِّنۢ بُطُونِ أُمَّهَٰتِكُمۡ لَا تَعۡلَمُونَ شَيۡـٔٗا وَجَعَلَ لَكُمُ ٱلسَّمۡعَ وَٱلۡأَبۡصَٰرَ وَٱلۡأَفۡـِٔدَةَ لَعَلَّكُمۡ تَشۡكُرُونَ

Rabbiin isinii homaa hin beekne garaalee haawwan keessanii irraa isin baase. dhageettii, argituuleefi onneewwan isiniif godhe. Akka galateeffattaniif.