Skip to content
يُونس /

Ayah 107

10 : 107

Ayah 107 of يُونس (10 : 107). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

يُونس Ayahs 109
Surah · يُونس
oromoo · Ababor
10 : 107

وَإِن يَمۡسَسۡكَ ٱللَّهُ بِضُرّٖ فَلَا كَاشِفَ لَهُۥٓ إِلَّا هُوَۖ وَإِن يُرِدۡكَ بِخَيۡرٖ فَلَا رَآدَّ لِفَضۡلِهِۦۚ يُصِيبُ بِهِۦ مَن يَشَآءُ مِنۡ عِبَادِهِۦۚ وَهُوَ ٱلۡغَفُورُ ٱلرَّحِيمُ

Yoo Rabbiin rakkinaan si tuqe, Isa malee kan isa fuudhu hin jiru; yoo toltuun si fedhees, tola Isaa kan deebisu hin jiru. Isaan (tola saniin) gabroota Isaa irraa nama fedhe tuqa. Inni araaramaa, rahmata godhaadha.