Skip to content
يُونس /

Ayah 108

10 : 108

Ayah 108 of يُونس (10 : 108). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

يُونس Ayahs 109
Surah · يُونس
oromoo · Ababor
10 : 108

قُلۡ يَٰٓأَيُّهَا ٱلنَّاسُ قَدۡ جَآءَكُمُ ٱلۡحَقُّ مِن رَّبِّكُمۡۖ فَمَنِ ٱهۡتَدَىٰ فَإِنَّمَا يَهۡتَدِي لِنَفۡسِهِۦۖ وَمَن ضَلَّ فَإِنَّمَا يَضِلُّ عَلَيۡهَاۖ وَمَآ أَنَا۠ عَلَيۡكُم بِوَكِيلٖ

“Yaa namootaa! Dhugumatti, Gooftaa keessan irraa dhugaan isinitti dhufee jira. namni qajeele, kan inni qajeelu lubbuma isaatiifi. Namni jallates, kan inni jallatu ishee irratti. Ani isin irratti ramadamaa miti” jedhi.