"Malaa'ikonni imaltoota isaanin waliin saree fi bilbilli jiru waliin hin deeman".
Abuu Hureyraa irraa odeeffame, Rabbiin isa irraa haa jaalatu, Ergamaan Rabbii nagaa fi rahmanni irra haa jiraatuu, akkana jedhan:
"Malaa'ikonni imaltoota isaanin waliin saree fi bilbilli jiru waliin hin deeman".
«لَا تَصْحَبُ الْمَلَائِكَةُ رُفْقَةً فِيهَا كَلْبٌ وَلَا جَرَسٌ».
Nabiyyiin nagaa fi rahmanni irra haa jiraatuu, malaa'ikonni imaltoota imala keessatti isaanin waliin sareen jiru, ykn bilbilli beyladaa irratti fannifamee yeroo isheen sochoote sagalee argamsiisu jiru waliin akka hin imalle himani.
...:
Saree adamsaaf ykn eegemsaaf fayyadaman malee, saree qabaachuu fi of waliin oofuun dhorgaa ta'uudha.
Malaa'ikoonni saahibummaa irraa didan sun isaan malaa'ikoota rahmataa yoo ta’an, malaa'ikoonni nama eegan ammoo deemsaa fi teessuma keessattis gabrootaan addaan hin bahan.
Bilbilli dhoorgaa ta'uudha; Sababni isaas; shubbisoowwan sheyxaanaa keessaa tokko waan ta'eef jecha, akkasumas bilbila kiristaanatti fakkaachutu isa keessa jira.
Muslimni waan malaa'ikoota isa irraa fageessuu danda’u hunda irraa of eeggachuudha qaba.
Sahiiha Muslim (3/ 1672) (2113).
Dabalata (11)
نزهة المتقين.
لمجموعة من الباحثين (2/ 1156).
كنوز رياض الصالحين.
لمجموعة من الباحثين (20/ 67).
بهجة الناظرين.
لسليم الهلالي (3/ 188).
كشف المشكل من حديث الصحيحين.
لابن عثيمين (3/ 564).
شرح رياض الصالحين.
لابن عثيمين (6/ 431).
شرح النووي على مسلم (14/ 95).
Cited in books
4 BooksDabalata (3)
- آداب السفر وأحكامهآداب السفر وأحكامه (للحرمين)«لَا تَصْحَبُ الْمَلَائِكَةُ رُفْقَةً فِيهَا كَلْبٌ وَلَا جَرَسٌ» [14].
- المختصر في آداب السفر وصفة الحج والعمرة وآداب الزيارة والأدعية الجامعة مع ملحق بالفتاوى والمخالفات1- آداب السفر وأحكامه (للحرمين)«لَا تَصْحَبُ الْمَلَائِكَةُ رُفْقَةً فِيهَا كَلْبٌ وَلَا جَرَسٌ» [14].
- رياض الصالحينرياض الصالحين مع فوائد وهدايات - 8«لا تصحبُ الملائكةُ رُفْقَةً فيهَا كلبُ أوْ جرسٌ».