"Muslima jechuun nama arrabaa fi harka isaa irraa Muslimoonni nagaa ta’aniidha, godaanaa jechuun immoo nama wanta Rabbiin dhoorge dhiiseedha".
Abdullaah bin Amrii irraa odeeffame, Rabbiin isaan irraa haa jaalatu, Nabiyyiin nagaa fi rahamnni irra haa jiraatuu akkana jedhan:
"Muslima jechuun nama arrabaa fi harka isaa irraa Muslimoonni nagaa ta’aniidha, godaanaa jechuun immoo nama wanta Rabbiin dhoorge dhiiseedha".
«المُسْلِمُ مَنْ سَلِمَ المُسْلِمُونَ مِنْ لِسَانِهِ وَيَدِهِ، وَالمُهَاجِرُ مَنْ هَجَرَ مَا نَهَى اللَّهُ عَنْهُ».
Nabiyyiin nagaa fi rahmanni irra haa jiraatuu, Muslimni Islaamummaa guutuu qabu nama arraba isaa irraa muslimoonni nagaa ta’ani jechuudha himani, kana jechuun isaan hin arrabsu, hin abaarusi, hin hamatuus, arraba isaatiin miidhaa gosa kamiinuu isaanitti hin dhaqqabsiisu jechuudha. Akkasumas Harka isaa irraa kan nagaa bahani jechuu himani, kana jechuun isaanitti daangaa hin darbu, horii isaanitiis haqaan malee hin fudhatuu fi kkf jechuudha. Akkasumas Godaanaa jechuun nama waan Rabbiin haraama taasise dhiise jechuu himani.
...:
Guutumminni Islaamummaa qaamaanis ta’ee naamusaan namoota biroo irratti miidhaa geessisuu dhiisun malee hin argamu.
Wanni Arrabaa fi harka addatti dubbateef; waan dogongoraa fi badiin isaanii heddummaatuuf jecha, irra guddaan badiiwwanii isaan lamaan irraa argama.
Badiiwwan dhiisanii waan Rabbiin ol ta'e itti ajaje qabachuu irratti kakaasuudha.
Caalaan muslimootaa nama haqa Rabbiiti fi haqa muslimootaa eeggateedha.
Namatti daangaa dabruun jecha yookaan gochaan ta’uu danda’a.
Godaansi guutuun waan Rabbiin haraama taasise dhiisuudha.
Sahiiha Bukhaarii (1/ 11) (10).
Sahiiha Muslim (1/ 65) (40).
Dabalata (6)
نزهة المتقين شرح رياض الصالحين.
لمجموعة من الباحثين (1/ 236).
شرح رياض الصالحين.
لابن عثيمين (2/ 511).
بهجة الناظرين شرح رياض الصالحين.
لسليم الهلالي (1/ 306).
Cited in books
16 BooksDabalata (16)
- الله -جل جلاله- أنيس المحبين وملاذ القاصدين«المُسْلِمُ: مَنْ سَلِمَ المُسْلِمُوْنَ مِنْ لِسَانِهِ وَيَدِهِ، وَالمُهَاجِرُ مَنْ هَجَرَ مَا نَهَى اللهُ عَنْهُ»
- المناهج التعليمية - الصف الخامسالمناهج التعليمية - الصف الخامس - التوحيد«المُهَاجِرُ مَنْ هَجَرَ مَا نَهَى اللَّهُ عَنْهُ»[30].
- رياض الصالحينرياض الصالحين مع فوائد وهدايات - 1 «المهاجر من هجر ما نهىٰ الله عَنْهُ»
- رياض الصالحينرياض الصالحين مع فوائد وهدايات - 2«الْمُسْلِمُ مَنْ سَلِمَ الْمُسْلِمُونَ مِنْ لِسَانِهِ وَيَدِهِ، وَالْمُهَاجِرُ مَنْ هَجَرَ مَا نَهَىٰ اللهُ عَنْهُ».
- رياض الصالحينرياض الصالحين مع فوائد وهدايات - 7«مَنْ سَلمَ المُسْلمُون من لسَانهِ وَيَدهِ».
- رياض الصالحينرياض الصالحين مع فوائد وهدايات - 7«المُسْلمُ مَنْ سلمَ المُسْلمُون منْ لسَانِهِ وَيَدِهِ، والمُهَاجرُ مَنْ هَجَرَ ما نَهَىٰ اللهُ عَنْهُ».
- فضل الإسلام{ المسلم من سلم المسلمون من لسانه ويده } [9].
- ما لا يسع أطفال المسلمين جهله«المُسْلِمُ مَنْ سَلِمَ المُسْلِمُونَ مِنْ لِسَانِهِ وَيَدِهِ»[93].
- مجموعة زاد التربية الإسلامية (3)، والسيرة النبوية (3)التربية الإٍسلامية -3- «المُسْلِمُ مَنْ سَلِمَ المُسْلِمُونَ مِنْ لِسَانِهِ وَيَدِهِ».
- مشروع المنهج التعليميمادة الحديث مستوى 1«مَنْ سَلِمَ المسلمونَ مِنْ لِسانِهِ ويَدِهِ»
- مشروع المنهج التعليميمادة الحديث مستوى 1«مَنْ سَلِمَ المسلمونَ مِنْ لِسانِهِ ويَدِهِ».
- مشروع المنهج التعليميمادة الحديث مستوى 1«مَنْ سَلِمَ المسلمونَ مِنْ لِسانِهِ ويَدِهِ»
- مشروع المنهج التعليميمادة الدعوة«مَنْ سَلِمَ المسلمونَ مِنْ لِسانِهِ ويَدِهِ»
- نبراس طالب (1)1«الْمُسْلِمُ مَنْ سَلِمَ الْمُسْلِمُونَ مِنْ لِسَانِهِ وَيَدِهِ»
- نبراس طالب (1)1«الْمُسْلِمُ مَنْ سَلِمَ الْمُسْلِمُونَ مِنْ لِسَانِهِ وَيَدِهِ»
- نبراس طالب (3)نبراس طالب 3«الْمُسْلِمُ مَنْ سَلِمَ الْمُسْلِمُونَ مِنْ لِسَانِهِ وَيَدِهِ»