«Tokkoon keessan hin amanu hanga ani abbaa isaa, ilma isaa fi namoota hunda irra isa biratti irra jaallatamaa ta'utti».
Anas irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani:
«Tokkoon keessan hin amanu hanga ani abbaa isaa, ilma isaa fi namoota hunda irra isa biratti irra jaallatamaa ta'utti».
«لَا يُؤْمِنُ أَحَدُكُمْ حَتَّى أَكُونَ أَحَبَّ إِلَيْهِ مِنْ وَالِدِهِ وَوَلَدِهِ وَالنَّاسِ أَجْمَعِينَ».
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- muslimni tokko hanga jaalala haadha isaa, abbaa isaa, ilma isaa, intala isaa fi namoota hunda irra jaalala ergamaa Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- dursutti iimaanni isaa guutuu akka hin taane nuuf himani, jaalalli kun isaaniin buluu, isaaniif tumsuu fi badii dhiisuu murteessiti.
...:
Ergamaa Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- jaallachuu fi jaalala uumama hundaa irra isa dursuun dirqama ta'uu isaa.
mallattoo jaalalli isaaniif qabanu guutuu ta'uu isaa irraa: sunnaa ergamaa Rabbiitiif tumsuu fi sana irratti lubbuu fi qabeenya aarssa gochuudha.
jaalalli ergamaa Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- waan isaan ajajan keessatti isaaniin buluu, waan isaan himan keessatti isaan dhugeessuu, waan isaan irraa dhoorgan irraa fagaachuu fi waan haarawa dhiisanii isaan hordofuu murteessa.
haqni nabiyyii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- haqa namoota hundaa irra jabaa fi murteessadha; jallina irraa qajeelinattti dhufuu keenyaa fi ibidda irraa najaa baanee jannata seenuuf sababaa waan ta'aniif jecha.
Sahiiha Bukhaarii (1/ 12) (15).
Sahiiha Muslim (1/ 67) (44).
Dabalata (7)
فتح الباري لابن رجب (1/ 48).
الجديد في شرح كتاب التوحيد.
للقرعاوي (ص281).
الملخص في شرح كتاب التوحيد.
للفوزان (ص252).
القول المفيد على كتاب التوحيد.
لابن عثيمين (2/ 50).
Cited in books
16 BooksDabalata (16)
- التوحيد في ضوء عقيدة الإمام الشافعي رحمه الله ونصوصه ومروياته"لا يؤمن أحدكم حتى أكون أحب إليه من ولده ووالده والناس أجمعين". ([136])
- المناهج التعليمية - الصف السادسالمناهج الدراسية - الحديث - الصف السادس - الفصل الأول «لَا يُؤْمِنُ أَحَدُكُمْ حَتَّى أَكُونَ أَحَبَّ إِلَيْهِ مِنْ وَالِدِهِ، وَوَلَدِهِ، وَالنَّاسِ أَجْمَعِينَ»
- خذ عقيدتك من الكتاب والسنة الصحيحة«لا يؤمن أحدكم حتى أكون أحب إليه من والده وولده والناس أجمعين»
- ما لا يسع أطفال المسلمين جهله«لَا يُؤْمِنُ أَحَدُكُمْ حَتَّى أَكُونَ أَحَبَّ إِلَيْهِ مِنْ وَالِدِهِ، وَوَلَدِهِ، وَالنَّاسِ أَجْمَعِينَ»[73].
- ما لا يسع أطفال المسلمين جهله«لَا يُؤْمِنُ أَحَدُكُمْ حَتَّى أَكُونَ أَحَبَّ إِلَيْهِ مِنْ وَالِدِهِ وَوَلَدِهِ، وَالنَّاسِ أَجْمَعِينَ»[83].
- ما لا يسع أطفال المسلمين جهله«وَالَّذِي نَفْسِي بِيَدِهِ، لَا يُؤْمِنُ أَحَدُكُمْ حَتَّى أَكُونَ أَحَبَّ إِلَيْهِ مِنْ وَالِدِهِ وَوَلَدِهِ»[195].
- مجموعة زاد التربية الإسلامية (1)، والسيرة النبوبة (1)، والعقيدة (1)، والفقه (1)2«لَا يُؤْمِنُ أَحَدُكُمْ حَتَّى أَكُونَ أَحَبَّ إِلَيْهِ مِنْ وَالِدِهِ وَوَلَدِهِ وَالنَّاسِ أَجْمَعِينَ»
- مجموعة زاد التربية الإسلامية (2)1«والذي نفسي بيده، لا يؤمنُ أحدكم حتى أكون أحبَّ إليه من والدِهِ وولده والناسِ أجمعين»
- مشروع المنهج التعليميمادة التوحيد مستوى 1«لاَ يُؤْمِنُ أَحَدُكُمْ حَتَّى أَكُونَ أَحَبَّ إِلَيْهِ مِنْ وَالِدِهِ وَوَلَدِهِ وَالنَّاسِ أَجْمَعِينَ»
- مشروع منهاج زادكزادك 3 طالب نهائي«لَا يُؤْمِنُ أَحَدُكُمْ حَتَّى أَكُونَ أَحَبَّ إِلَيْهِ مِنْ وَالِدِهِ وَوَلَدِهِ وَالنَّاسِ أَجْمَعِينَ»
- مشروع منهاج زادكزادك 3 طالب نهائي«لَا يُؤْمِنُ أَحَدُكُمْ حَتَّى أَكُونَ أَحَبَّ إِلَيْهِ مِنْ وَالِدِهِ وَوَلَدِهِ وَالنَّاسِ أَجْمَعِينَ».
- موسوعة الإيمان«لَا يُؤْمِنُ أَحَدُكُمْ حَتَّى أَكُونَ أَحَبَّ إِلَيْهِ مِنْ وَلَدِهِ وَوَالِدِهِ وَالنَّاسِ أَجْمَعِيْنَ».
- موسوعة الإيمان«لَا يُؤْمِنُ أَحَدُكُمْ، حَتَّى أَكُونَ أَحَبَّ إِلَيْهِ مِنْ وَالِدِهِ وَوَلَدِهِ وَالنَّاسِ أَجْمَعِينَ».
- موسوعة الإيمان«فَوَ الَّذِي نَفْسِي بِيَدِهِ، لَا يُؤْمِنُ أَحَدُكُمْ حَتَّى أَكُونَ أَحَبَّ إِلَيْهِ مِنْ وَالِدِهِ وَوَلَدِهِ».
- نبراس طالب (1)1«لاَ يُؤْمِنُ أَحَدُكُمْ حَتَّى أَكُونَ أَحَبَّ إِلَيْهِ مِنْ وَالِدِهِ وَوَلَدِهِ وَالنَّاسِ أَجْمَعِينَ»
- نبراس طالب (3)نبراس طالب 3«لَا يُؤْمِنُ أَحَدُكُمْ حَتَّى أَكُونَ أَحَبَّ إِلَيْهِ مِنْ وَلَدِهِ وَوَالِدِهِ وَالنَّاسِ أَجْمَعِينَ»