Skip to content
سَبإ /

Ayah 52

34 : 52

Ayah 52 of سَبإ (34 : 52). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

سَبإ Ayahs 54
Surah · سَبإ
oromoo · Ababor
34 : 52

وَقَالُوٓاْ ءَامَنَّا بِهِۦ وَأَنَّىٰ لَهُمُ ٱلتَّنَاوُشُ مِن مَّكَانِۭ بَعِيدٖ

(Guyyaa Qiyaamaa) “Isatti amannee jirra” jedhu. Iddoo fagoo (biyya addunyaa) irraa (iimaana) fudhachuun akkamitti isaaniif mijjata?

Explanation & meanings · 1
  1. hiikkaan aayata kanaa akka tafsiirri bagawii jedhetti "iimana addunyatti yeroo seenuu mijjaa qaban didan amma aakhiratti eega irraa fagaate amanuun akkamitti isaaniif taha? (hintahu jechuudha)".