2 : 239
فَإِنۡ خِفۡتُمۡ فَرِجَالًا أَوۡ رُكۡبَانٗاۖ فَإِذَآ أَمِنتُمۡ فَٱذۡكُرُواْ ٱللَّهَ كَمَا عَلَّمَكُم مَّا لَمۡ تَكُونُواْ تَعۡلَمُونَ
Yoo (diina) sodaattan, miilaan deemaa yookiin yaabbatoo ta'aa (sagadaa). Yeroo tagabbooytan, Rabbiin yaadadhaa akkuma waan (san dura) isin beekoo hintahin isin barsiisetti .