Skip to content
البَقَرَة /

Ayah 208

2 : 208
البَقَرَة Ayahs 286
2 : 208

يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ ٱدۡخُلُواْ فِي ٱلسِّلۡمِ كَآفَّةٗ وَلَا تَتَّبِعُواْ خُطُوَٰتِ ٱلشَّيۡطَٰنِۚ إِنَّهُۥ لَكُمۡ عَدُوّٞ مُّبِينٞ

Isin yaa warra amantan! Islaamummaa keessa guutuu guutuutti seenaa; tarkaanfilee shayxaanaa hin hordofinaa. Dhugumatti, inni (shayxaanni) isiniif diina ifa bahaadha.