Skip to content
البَقَرَة /

Ayah 109

2 : 109

Ayah 109 of البَقَرَة (2 : 109). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

البَقَرَة Ayahs 286
2 : 109

وَدَّ كَثِيرٞ مِّنۡ أَهۡلِ ٱلۡكِتَٰبِ لَوۡ يَرُدُّونَكُم مِّنۢ بَعۡدِ إِيمَٰنِكُمۡ كُفَّارًا حَسَدٗا مِّنۡ عِندِ أَنفُسِهِم مِّنۢ بَعۡدِ مَا تَبَيَّنَ لَهُمُ ٱلۡحَقُّۖ فَٱعۡفُواْ وَٱصۡفَحُواْ حَتَّىٰ يَأۡتِيَ ٱللَّهُ بِأَمۡرِهِۦٓۗ إِنَّ ٱللَّهَ عَلَىٰ كُلِّ شَيۡءٖ قَدِيرٞ

Hedduun warra kitaabaa irraa ta’an erga amantanii booda kaafiroota taatanii isin deebisuu (isin kafarsiisuu) jaalatu. waanyoo lubbuu isaanii irraa kan ka'e eega dhugaan ifa isaanii galee booda, dhiifama godhaa; irras dabraa Hanga Rabbiin ajaja Isaa fidutti, Dhugumatti, Rabbiin waan hunda irratti danda’aadha.