Skip to content
البَقَرَة /

Ayah 108

2 : 108

Ayah 108 of البَقَرَة (2 : 108). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

البَقَرَة Ayahs 286
2 : 108

أَمۡ تُرِيدُونَ أَن تَسۡـَٔلُواْ رَسُولَكُمۡ كَمَا سُئِلَ مُوسَىٰ مِن قَبۡلُۗ وَمَن يَتَبَدَّلِ ٱلۡكُفۡرَ بِٱلۡإِيمَٰنِ فَقَدۡ ضَلَّ سَوَآءَ ٱلسَّبِيلِ

Dhugaatti isin ergamaa keessan gaafachuu feetu, akka muusaan kana dura gaafatame. Namni kufrii iimaanaan jijjiirrate, dhugumatti karaa sirrii irraa jallateera.