Skip to content
البَقَرَة /

Ayah 110

2 : 110
البَقَرَة Ayahs 286
2 : 110

وَأَقِيمُواْ ٱلصَّلَوٰةَ وَءَاتُواْ ٱلزَّكَوٰةَۚ وَمَا تُقَدِّمُواْ لِأَنفُسِكُم مِّنۡ خَيۡرٖ تَجِدُوهُ عِندَ ٱللَّهِۗ إِنَّ ٱللَّهَ بِمَا تَعۡمَلُونَ بَصِيرٞ

Salaata gadi dhaabaa; zakaas kennaa,Toltuu irraa waan lubbuu keessaniif dabarfattan (kamillee) Rabbiin biratti isa argattu. Dhugumatti, Rabbiin waan isin hojjattan akkaan argaadha.