Skip to content
النَّحل /

Ayah 70

16 : 70
النَّحل Ayahs 128
Surah · النَّحل
oromoo · Ababor
16 : 70

وَٱللَّهُ خَلَقَكُمۡ ثُمَّ يَتَوَفَّىٰكُمۡۚ وَمِنكُم مَّن يُرَدُّ إِلَىٰٓ أَرۡذَلِ ٱلۡعُمُرِ لِكَيۡ لَا يَعۡلَمَ بَعۡدَ عِلۡمٖ شَيۡـًٔاۚ إِنَّ ٱللَّهَ عَلِيمٞ قَدِيرٞ

Rabbiin isin uume, Ergasii isin ajjeesa, Isin irraas nama gara umrii gadi aanaa (dullumaa) deebifamutu jira, Beekumsa booda akka homaa hin beekneef, Rabbiin beekaa, danda’aadha.