Skip to content
النَّحل /

Ayah 69

16 : 69

Ayah 69 of النَّحل (16 : 69). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

النَّحل Ayahs 128
Surah · النَّحل
oromoo · Ababor
16 : 69

ثُمَّ كُلِي مِن كُلِّ ٱلثَّمَرَٰتِ فَٱسۡلُكِي سُبُلَ رَبِّكِ ذُلُلٗاۚ يَخۡرُجُ مِنۢ بُطُونِهَا شَرَابٞ مُّخۡتَلِفٌ أَلۡوَٰنُهُۥ فِيهِ شِفَآءٞ لِّلنَّاسِۚ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَأٓيَةٗ لِّقَوۡمٖ يَتَفَكَّرُونَ

“Ergasii firiilee hunda irraa nyaadhuu, karaalee Gooftaa keetii seeni laafaa haala ta’een.” Garaalee ishee irraa dhugaatii bifti isaa gara gara ta’eetu (daymaatu) baha, kan isa keessa namaaf fayyaan (dawaan) jiru. Dhugumatti kana keessa namoota xiinxalaniif mallatootu jira.