Skip to content
النَّحل /

Ayah 120

16 : 120
النَّحل Ayahs 128
Surah · النَّحل
oromoo · Ababor
16 : 120

إِنَّ إِبۡرَٰهِيمَ كَانَ أُمَّةٗ قَانِتٗا لِّلَّهِ حَنِيفٗا وَلَمۡ يَكُ مِنَ ٱلۡمُشۡرِكِينَ

Dhugumatti Ibraahiim ogganaa Rabbiif ajajamaa, qajeelaa ture. Mushrikoota irraa hin taane.