Skip to content
النَّحل /

Ayah 118

16 : 118

Ayah 118 of النَّحل (16 : 118). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

النَّحل Ayahs 128
Surah · النَّحل
oromoo · Ababor
16 : 118

وَعَلَى ٱلَّذِينَ هَادُواْ حَرَّمۡنَا مَا قَصَصۡنَا عَلَيۡكَ مِن قَبۡلُۖ وَمَا ظَلَمۡنَٰهُمۡ وَلَٰكِن كَانُوٓاْ أَنفُسَهُمۡ يَظۡلِمُونَ

Isaan yahuudota ta’an irratti waan kana dura sirratti odeessine dhorgaa taasifnee jirra. Nuti waa isaan hin miinee, garuu isaan lubbuulee isaanii kan miidhan turan.