Skip to content
النَّحل /

Ayah 112

16 : 112

Ayah 112 of النَّحل (16 : 112). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

النَّحل Ayahs 128
Surah · النَّحل
oromoo · Ababor
16 : 112

وَضَرَبَ ٱللَّهُ مَثَلٗا قَرۡيَةٗ كَانَتۡ ءَامِنَةٗ مُّطۡمَئِنَّةٗ يَأۡتِيهَا رِزۡقُهَا رَغَدٗا مِّن كُلِّ مَكَانٖ فَكَفَرَتۡ بِأَنۡعُمِ ٱللَّهِ فَأَذَٰقَهَا ٱللَّهُ لِبَاسَ ٱلۡجُوعِ وَٱلۡخَوۡفِ بِمَا كَانُواْ يَصۡنَعُونَ

Rabbiin magaalattii nagaa tasgabbooftuu turte,(nama tola isaatti kafareef) fakkeenya taasise. kan sooranni ishee iddoo hunda irraa baay’inaan isheetti dhufu, kan qananiilee Rabbiitti kafartee. Rabbiin waan isaan hojjachaa turaniin uffata beelaafi sodaa ishee dhandhamsiise.