10 : 87
وَأَوۡحَيۡنَآ إِلَىٰ مُوسَىٰ وَأَخِيهِ أَن تَبَوَّءَا لِقَوۡمِكُمَا بِمِصۡرَ بُيُوتٗا وَٱجۡعَلُواْ بُيُوتَكُمۡ قِبۡلَةٗ وَأَقِيمُواْ ٱلصَّلَوٰةَۗ وَبَشِّرِ ٱلۡمُؤۡمِنِينَ
Muusaafi obboleessa isaatti wahyii goone: “Isin lachanuu ummata keessaniif Misratti manneen qopheessaa; manneen keessan iddoo ibaadaa taasisaa; salaata dhaabaa; mu’uminoota gammachiisi” jechuun .