Skip to content
يُونس /

Ayah 68

10 : 68

Ayah 68 of يُونس (10 : 68). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

يُونس Ayahs 109
Surah · يُونس
oromoo · Ababor
10 : 68

قَالُواْ ٱتَّخَذَ ٱللَّهُ وَلَدٗاۗ سُبۡحَٰنَهُۥۖ هُوَ ٱلۡغَنِيُّۖ لَهُۥ مَا فِي ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَمَا فِي ٱلۡأَرۡضِۚ إِنۡ عِندَكُم مِّن سُلۡطَٰنِۭ بِهَٰذَآۚ أَتَقُولُونَ عَلَى ٱللَّهِ مَا لَا تَعۡلَمُونَ

“Rabbiin ilma godhate” jedhu. Inni (kana) irraa qulqullaa’ee jira. Inni durreessa, Wanti samiilee keessa jiruufi wanti dachii keessa jiru kan Isaati, Kanatti ragaa homaatuu hin qabdan. Sila waan hin beekne Rabbi irratti jettuu?