Skip to content
يُونس /

Ayah 59

10 : 59
يُونس Ayahs 109
Surah · يُونس
oromoo · Ababor
10 : 59

قُلۡ أَرَءَيۡتُم مَّآ أَنزَلَ ٱللَّهُ لَكُم مِّن رِّزۡقٖ فَجَعَلۡتُم مِّنۡهُ حَرَامٗا وَحَلَٰلٗا قُلۡ ءَآللَّهُ أَذِنَ لَكُمۡۖ أَمۡ عَلَى ٱللَّهِ تَفۡتَرُونَ

Mee naaf himaa jedhi “ waan Rabbiin isiniif buuse,Soorata irraa isin ergasii isa irraa dhorgamaafi hayyamamaa taasiftan san“, Sila Rabbitu isiniif hayyamemoo, Rabbi irratti kijiba uumtanii odeessitu?”