Skip to content
يُونس /

Ayah 37

10 : 37

Ayah 37 of يُونس (10 : 37). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

يُونس Ayahs 109
Surah · يُونس
oromoo · Ababor
10 : 37

وَمَا كَانَ هَٰذَا ٱلۡقُرۡءَانُ أَن يُفۡتَرَىٰ مِن دُونِ ٱللَّهِ وَلَٰكِن تَصۡدِيقَ ٱلَّذِي بَيۡنَ يَدَيۡهِ وَتَفۡصِيلَ ٱلۡكِتَٰبِ لَا رَيۡبَ فِيهِ مِن رَّبِّ ٱلۡعَٰلَمِينَ

Qur’aanni kun Rabbii gaditti sobaan kan uumamu hin taane. Garuu dhugoomsaa (kitaabota) isa dura turaniitiifi addeessaa (seeraati) kitaabaati, mamiin isa keessa hin jiru, Gooftaa aalamaarraa irraayi.