Skip to content
يُونس /

Ayah 36

10 : 36

Ayah 36 of يُونس (10 : 36). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

يُونس Ayahs 109
Surah · يُونس
oromoo · Ababor
10 : 36

وَمَا يَتَّبِعُ أَكۡثَرُهُمۡ إِلَّا ظَنًّاۚ إِنَّ ٱلظَّنَّ لَا يُغۡنِي مِنَ ٱلۡحَقِّ شَيۡـًٔاۚ إِنَّ ٱللَّهَ عَلِيمُۢ بِمَا يَفۡعَلُونَ

Irra hedduun isaanii shakkii malee hin hordofan, shakkiin dhugaa irraa homaa hin duroomsu, Rabbiin beekaa waan isaan hojjataniiti.