Skip to content
يُونس /

Ayah 26

10 : 26

Ayah 26 of يُونس (10 : 26). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

يُونس Ayahs 109
Surah · يُونس
oromoo · Ababor
10 : 26

۞ لِّلَّذِينَ أَحۡسَنُواْ ٱلۡحُسۡنَىٰ وَزِيَادَةٞۖ وَلَا يَرۡهَقُ وُجُوهَهُمۡ قَتَرٞ وَلَا ذِلَّةٌۚ أُوْلَٰٓئِكَ أَصۡحَٰبُ ٱلۡجَنَّةِۖ هُمۡ فِيهَا خَٰلِدُونَ

Isaan toltuu hojjataniif (mindaa) gaariifi dabalataatu jira. Gurraachinniifi salphinni homaatuu fuula isaanii hin haguugu. Isaan sun warra jannataati. Isaan ishee keessatti hafoodha.