"Haqni muslimaa muslima irratti waa shani, isaanis: salaamataa deebisuu, dhukkubsataa gaafachuu, janaazaa hordofuu, waamicha owwaachuu fi nama haxxiffateen "Yarhamukallaah" jechuudha".
Abuu Hurayraa irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu ni jedhe- Ergamaa Rabbiitii akkas jedhuun dhaga'e -Rabbiin rahamataa fi nageenya isaan irratti haa buusu-:
"Haqni muslimaa muslima irratti waa shani, isaanis: salaamataa deebisuu, dhukkubsataa gaafachuu, janaazaa hordofuu, waamicha owwaachuu fi nama haxxiffateen "Yarhamukallaah" jechuudha".
«حَقُّ الْمُسْلِمِ عَلَى الْمُسْلِمِ خَمْسٌ: رَدُّ السَّلَامِ، وَعِيَادَةُ الْمَرِيضِ، وَاتِّبَاعُ الْجَنَائِزِ، وَإِجَابَةُ الدَّعْوَةِ، وَتَشْمِيتُ الْعَاطِسِ».
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- garii haqoota muslimni tokko obboleessa isaa muslimaa irraa qabu ifa galchan. Jalqabni haqoota kanaadhaa nama salaamataa siin jedheef salaamataa deebisuudha. Haqni lammaffaa: dhukkubsataa gaafachuu fi isa ziyaaruudha. Haqni sadaffaa: Mana isaatii hanga bakka irratti salaatamuu fi hanga iddoo qabriitti janaazaa hordofuudha. Haqni afraffaa: Yeroo gara affeerraa cidhaa fi kan birootti isa waametti waamicha owwaachuudha. Haqni shanaffaa: Nama haxxiffate gammachiisuudha, innis yeroo namichi haxxiffatee Alhamdulillaah jedhetti: Yarhamukallaah isaan jechuudha, eegasii namni haxxiffate sun: Yahdiikumullaahu wayuslihu baalakum jedha.
...:
Muslimootii gidduutti haqoota mirkaneessuu, obbolummaa fi jaalala gidduu isaaniitti gad jabeessuu keessatti guddina islaamummaan qabuudha.
Sahiiha Bukhaarii (2/ 71) (1240).
Sahiiha Muslim (4/ 1704) (2162).
Dabalata (10)
كنوز رياض الصالحين.
لمجموعة من الباحثين (4/ 512).
بهجة الناظرين شرح رياض الصالحين.
لسليم الهلالي (1/ 327).
نزهة المتقين شرح رياض الصالحين.
مجموعة من الباحثين (1/ 253).
شرح رياض الصالحين.
لابن عثيمين (2/ 591).
بهجة قلوب الأبرار.
لابن سعدي (ص81).
Cited in books
7 BooksDabalata (7)
- رياض الصالحينرياض الصالحين مع فوائد وهدايات - 2«حَقُّ الْمُسْلِمِ عَلَىٰ الْمُسْلِمِ خَمْسٌ: رَدُّ السَّلامِ، وَعِيَادَةُ الْمَرِيضِ، وَاتّبَاعُ الْجَنَائِزِ ، وَإجَابَةُ الدَّعْوَةِ، وَتَشْمِيتُ الْعَاطِسِ».
- رياض الصالحينرياض الصالحين مع فوائد وهدايات - 5«حقُّ المُسْلِم عَلَىٰ المُسْلِم خَمْسٌ: رَدُّ السَّلامِ، وعيادةُ المريضِ، واتِّباعُ الجَنَائزِ، وإجابةُ الدَّعوةِ، وتَشْميتُ العَاطسِ».
- فتاوى المرضىفتاوى المرضى «حق المسلم على المسلم خمس: رد السلام، وعيادة المريض، واتباع الجنائز، وإجابة الدعوة، وتشميت العاطس»
- ما لا يسع أطفال المسلمين جهله«حَقُّ المُسْلِمِ عَلَى المُسْلِمِ خَمْسٌ: رَدُّ السَّلَامِ، وَعِيَادَةُ المَرِيضِ، وَاتِّبَاعُ الجَنَائِزِ، وَإِجَابَةُ الدَّعْوَةِ، وَتَشْمِيتُ العَاطِسِ»[88].
- مجموعة زاد الفقه (2)الفقه للمستوى الثاني ( مجموعة زاد )«حق المسلم على المسلم خمس: رد السلام، وعيادة المريض، واتباع الجنائز...»
- مشروع منهاج زادكزادك 2 طالب نهائي«حَقُّ الْمُسْلِمِ عَلَى الْمُسْلِمِ خَمْسٌ: رَدُّ السَّلَامِ، وَعِيَادَةُ الْمَرِيضِ، وَاتِّبَاعُ الْجَنَائِزِ، وَإِجَابَةُ الدَّعْوَةِ، وَتَشْمِيتُ الْعَاطِسِ»
- مشروع منهاج زادكزادك عرض 2 «حَقُّ الْمُسْلمِ عَلى الْمُسْلمِ خَمْسٌ: رَدُّ السَّلَامِ، وَعِيَادَةُ الْمَرِّيضِّ، وَاتِّبَاع الْجَنَائِزِ، وَإجَابَةُ الدعْوَةِ، وَتَشْمِّيت الْعَاطِّسِّ ».