"Namni ummata wohiitti fakkaate inni isaan irraayi".
Ibnu Umar irraa odeeffamee -Rabbiin isaan irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhan:
"Namni ummata wohiitti fakkaate inni isaan irraayi".
«مَن تَشَبَّهَ بِقَوْمٍ فَهُوَ مِنْهُمْ».
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- namni ummattootatti fakkate kaafiroota irraa ta'anus yookaan finciltoota irraa ta'anus yookaan gaggaarii irraa ta'anus, aqiidaa yookaan ibaadaa yookaan aadaa irraa waan adda isaan godhu wahii hojjachuun namni isaanitti fakkaate inni isaan irraa akka ta'e himani; alaan jaratti fakkachuun keessaan gara jaratti fakkaachuutti waan nama geessuuf jecha, ummata wahiitti fakkachuun jara dinqisiifachuu irraa akka maddu mamiin hin jiru, kun gara jara jaallachuu, kabajuu fi gara jaraatti dabuutti geessuun isaa ni mala, kun immoo -Rabbiin nu haa eeguutii- keessoottii fi ibaadaadhaan gara jaratti fakkaachuutti nama gessuu isaatu mala -
...:
Kaafirtootaa fi finciltootatti fakkaachuu irraa sodaachisuudha.
Worra gaggaariitti fakkachuu fi isaanitti hidhachuutti kakaasuudha.
Alaan wal fakkaachuun keessootti wol jaallachuu nama dhaalchisa.
Namichi akkaataadhuma itti fakkaannaa fi gosa itti fakkaannaatiin dinniinnii fi badiin isa qaqqaaba.
Amantii isaaniitii fi aadaawwan isaanii keessatti kaafirootatti fakkaachuu irraa dhoorguudha, waan sana hin taane akka ogummaa fi kan sana fakkaatan barachuun immoo dhoorgaa kana keessa hin galu.
Sunana Abbaa Daawuud (6/ 144) (4031).
Musnada Ahmad (9/ 126) (5115).
Dabalata (8)
توضيح الأحكام من بلوغ المرام.
للبسام (7/ 363).
منحة العلام في شرح بلوغ المرام.
لعبد الله الفوزان (10/ 157).
فتح ذي الجلال والاكرام بشرح بلوغ المرام.
لابن عثيمين (6/ 335).
مشكاة المصابيح.
للتبريزي (2/ 1246).
Cited in books
13 BooksDabalata (13)
- الخطب المنبرية موسوعة الخطب المنبرية (القسم الثاني)«مَنْ تَشَبَّهَ بِقَوْمٍ فَهُوَ مِنْهُمْ»
- حكم المستهزئين بالأنبياء والمرسلين«مَنْ تَشَبَّهَ بِقَوْمٍ فَهُوَ مِنْهُمْ»[6]،
- قاموس الكبائرموسوعة الكبائر - المجموعة الثالثة«مَنْ تَشَبَّهَ بِقَوْمٍ فَهُوَ مِنْهُمْ» [78].
- قاموس الكبائرموسوعة الكبائر - المجموعة الرابعة«مَنْ تَشَبَّهَ بِقَوْمٍ فَهُوَ مِنْهُمْ»[73].
- قاموس الكبائرموسوعة الكبائر - المجموعة الرابعة«مَنْ تَشَبَّهَ بِقَوْمٍ فَهُوَ مِنْهُمْ»[123].
- قاموس الكبائرموسوعة الكبائر - المجموعة الخامسة«مَنْ تَشَبَّهَ بِقَوْمٍ فَهُوَ مِنْهُمْ»
- ما لا يسع أطفال المسلمين جهله«مَنْ تَشَبَّهَ بِقَوْمٍ فَهُوَ مِنْهُمْ»[128].
- مباحث في أصول الدين1«من تشبه بقوم فهو منهم».
- مجموعة أسئلة تهم الأسرة المسلمة1«مَن تشبَّه بقَومٍ فهو منهم».
- مجموعة أسئلة تهم الأسرة المسلمة1«مَن تشبَّه بقومٍ فهو منهم».
- مشروع المنهج التعليميمادة التوحيد مستوى 4 «مَنْ تَشَبَّهَ بِقَوْمٍ فَهُوَ مِنْهُمْ».
- مشروع المنهج التعليميمادة التوحيد مستوى 4 «مَنْ تَشَبَّهَ بِقَوْمٍ فَهُوَ مِنْهُمْ»،
- نبراس طالب (5)1«مَنْ تَشَبَّهَ بِقَوْمٍ فَهُوَ مِنْهُمْ»