Skip to content
الأعرَاف /

Ayah 70

7 : 70

Ayah 70 of الأعرَاف (7 : 70). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

الأعرَاف Ayahs 206
7 : 70

قَالُوٓاْ أَجِئۡتَنَا لِنَعۡبُدَ ٱللَّهَ وَحۡدَهُۥ وَنَذَرَ مَا كَانَ يَعۡبُدُ ءَابَآؤُنَا فَأۡتِنَا بِمَا تَعِدُنَآ إِن كُنتَ مِنَ ٱلصَّٰدِقِينَ

nijedhan "sila nutti dhuftee Akka nuti Rabbiin tokkicha Isaa gabbarruufi, wantoota abbootiin keenya gabbaraa turanakka dhiifnuuf?waan ittiin nu sodaachiftu san nutti fidi Yoo warra dhugaa dubbatu irraa taateef "