Skip to content
الأعرَاف /

Ayah 131

7 : 131

Ayah 131 of الأعرَاف (7 : 131). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

الأعرَاف Ayahs 206
7 : 131

فَإِذَا جَآءَتۡهُمُ ٱلۡحَسَنَةُ قَالُواْ لَنَا هَٰذِهِۦۖ وَإِن تُصِبۡهُمۡ سَيِّئَةٞ يَطَّيَّرُواْ بِمُوسَىٰ وَمَن مَّعَهُۥٓۗ أَلَآ إِنَّمَا طَٰٓئِرُهُمۡ عِندَ ٱللَّهِ وَلَٰكِنَّ أَكۡثَرَهُمۡ لَا يَعۡلَمُونَ

Yeroo toltuun wahii isaanitti dhufte "kun nuuf malti" jedhu, Yoo hamtuun isaan tuqxe immoo Muusaafi namoota isa waliinii irratti hooddatu, Dhagayaa! Dhugumatti,hooddannaan isaanii Rabbiin bira jira. Garuu irra hedduun isaanii hin beekan.