Skip to content
الأنعَام /

Ayah 91

6 : 91

Ayah 91 of الأنعَام (6 : 91). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

الأنعَام Ayahs 165
6 : 91

وَمَا قَدَرُواْ ٱللَّهَ حَقَّ قَدۡرِهِۦٓ إِذۡ قَالُواْ مَآ أَنزَلَ ٱللَّهُ عَلَىٰ بَشَرٖ مِّن شَيۡءٖۗ قُلۡ مَنۡ أَنزَلَ ٱلۡكِتَٰبَ ٱلَّذِي جَآءَ بِهِۦ مُوسَىٰ نُورٗا وَهُدٗى لِّلنَّاسِۖ تَجۡعَلُونَهُۥ قَرَاطِيسَ تُبۡدُونَهَا وَتُخۡفُونَ كَثِيرٗاۖ وَعُلِّمۡتُم مَّا لَمۡ تَعۡلَمُوٓاْ أَنتُمۡ وَلَآ ءَابَآؤُكُمۡۖ قُلِ ٱللَّهُۖ ثُمَّ ذَرۡهُمۡ فِي خَوۡضِهِمۡ يَلۡعَبُونَ

Guddina Isaaf malu Rabbiin hin guddifne. Yeroo "Rabbiin nama irratti homaa hin buufne" jedhan.kitaaba Muusaan ittiin dhufe eenyutu buuse? jedhi. "Ifaafi namootaaf qajeelfama haala ta'een. kan isin waraqaalee heddu isa gootan (Kan feetan) ishee mul'iftu, Heddu immoo ni dhoksitu, Waan isiniifi abbootiin keessan hin beekne beeksifamtanii jirtan" jedhi. "(Kan isa buuse) Rabbuma" jedhi. Ergasii haala isaan dhara isaanii keessa taphataniin isaan dhiisi.