6 : 103
لَّا تُدۡرِكُهُ ٱلۡأَبۡصَٰرُ وَهُوَ يُدۡرِكُ ٱلۡأَبۡصَٰرَۖ وَهُوَ ٱللَّطِيفُ ٱلۡخَبِيرُ
(Addunyaatti) agartuun (ijji) Isa hin agartu, Inni immoo agartuu hunda ni arga, Inni mararfataa, beekaadha.
Explanation & meanings · 1
- adduniyatti Rabbiin arguun hindandayamu. aakhiratti ammoo mu'imintoonni isa ni argu, kuni qur'aanaafii hadiisaanis mirkanaayee jira.