Skip to content
المَائدة /

Ayah 67

5 : 67

Ayah 67 of المَائدة (5 : 67). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

المَائدة Ayahs 120
5 : 67

۞ يَٰٓأَيُّهَا ٱلرَّسُولُ بَلِّغۡ مَآ أُنزِلَ إِلَيۡكَ مِن رَّبِّكَۖ وَإِن لَّمۡ تَفۡعَلۡ فَمَا بَلَّغۡتَ رِسَالَتَهُۥۚ وَٱللَّهُ يَعۡصِمُكَ مِنَ ٱلنَّاسِۗ إِنَّ ٱللَّهَ لَا يَهۡدِي ٱلۡقَوۡمَ ٱلۡكَٰفِرِينَ

Yaa Ergamichaa! Waan Gooftaa kee irraa sirratti buufame geessi. Yoo (kana) hin dalagin, ati ergaa Isaa hin geessifne. Rabbiin namoota irraa si eega. Dhugumatti, Rabbiin ummata kaafiraa hin qajeelchu.