Skip to content
المَائدة /

Ayah 62

5 : 62

Ayah 62 of المَائدة (5 : 62). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

المَائدة Ayahs 120
5 : 62

وَتَرَىٰ كَثِيرٗا مِّنۡهُمۡ يُسَٰرِعُونَ فِي ٱلۡإِثۡمِ وَٱلۡعُدۡوَٰنِ وَأَكۡلِهِمُ ٱلسُّحۡتَۚ لَبِئۡسَ مَا كَانُواْ يَعۡمَلُونَ

Baay’ee isaan irraa ta'e kan badii, daangaa dabruufi wantoota dhorgaman nyaachuu isaanii keessatti ariifatan argita. Wantoonni isaan hojjataa turan waa fokkate!