Skip to content
Almaa’idaa /

Ayah 50

5 : 50

Ayah 50 of Almaa’idaa (5 : 50). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

Almaa’idaa Ayahs 120
Surah · Almaa’idaa
oromoo · Ababor
5 : 50

أَفَحُكۡمَ ٱلۡجَٰهِلِيَّةِ يَبۡغُونَۚ وَمَنۡ أَحۡسَنُ مِنَ ٱللَّهِ حُكۡمٗا لِّقَوۡمٖ يُوقِنُونَ

Sila murtii 'jaahiliyyaa barbaaduu? Ummata hubannoo amantii qabaniif wanti Rabbi irra murtiin isaa miidhagaa hin jiru.