4 : 31
إِن تَجۡتَنِبُواْ كَبَآئِرَ مَا تُنۡهَوۡنَ عَنۡهُ نُكَفِّرۡ عَنكُمۡ سَيِّـَٔاتِكُمۡ وَنُدۡخِلۡكُم مُّدۡخَلٗا كَرِيمٗا
Yoo badii gugurdoo irraa dhoowwamtantanirraa fagaattan, badiilee (xixiqqaa) keessan isin irraa haqna, seensa kabajaa isin seensifna.