Skip to content
النِّسَاء /

Ayah 140

4 : 140

Ayah 140 of النِّسَاء (4 : 140). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

النِّسَاء Ayahs 176
4 : 140

وَقَدۡ نَزَّلَ عَلَيۡكُمۡ فِي ٱلۡكِتَٰبِ أَنۡ إِذَا سَمِعۡتُمۡ ءَايَٰتِ ٱللَّهِ يُكۡفَرُ بِهَا وَيُسۡتَهۡزَأُ بِهَا فَلَا تَقۡعُدُواْ مَعَهُمۡ حَتَّىٰ يَخُوضُواْ فِي حَدِيثٍ غَيۡرِهِۦٓ إِنَّكُمۡ إِذٗا مِّثۡلُهُمۡۗ إِنَّ ٱللَّهَ جَامِعُ ٱلۡمُنَٰفِقِينَ وَٱلۡكَٰفِرِينَ فِي جَهَنَّمَ جَمِيعًا

Dhugumatti, kitaaba keessatti (Rabbiin) isin irratti buuseera “yeroo keeyyattoota Rabbii kan isaanitti kafaramuufi isaanitti qoofamu dhageessan,isaan waliin hin taa’inaa hanga isaan haasa’a biraa keessa seenanitti ” jechuun. Yoos isinis fakkaattota isaaniiti. Dhugumatti, Rabbiin munaafiqootaafi kaafiroota jahannam keessatti walitti qabaadha.