Skip to content
سَبإ /

Ayah 15

34 : 15

Ayah 15 of سَبإ (34 : 15). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

سَبإ Ayahs 54
Surah · سَبإ
oromoo · Ababor
34 : 15

لَقَدۡ كَانَ لِسَبَإٖ فِي مَسۡكَنِهِمۡ ءَايَةٞۖ جَنَّتَانِ عَن يَمِينٖ وَشِمَالٖۖ كُلُواْ مِن رِّزۡقِ رَبِّكُمۡ وَٱشۡكُرُواْ لَهُۥۚ بَلۡدَةٞ طَيِّبَةٞ وَرَبٌّ غَفُورٞ

Dhugumatti, (warra) ‘Saba’iif’ iddoo jireenya isaanii keessatti mallattoon ta’eera. (Isheenis) oyruu lama gama mirgaafi bitaatiin kan taateedha. “Soorata Gooftaa keessanii irraa nyaadhaa; galata Isaaf galchaa.” (Biyyattiin keessanis) biyya gaariidha. (Rabbiin keessanis) Gooftaa araaramaadha” (isaaniin jedhame).