Skip to content
الرُّوم /

Ayah 29

30 : 29

Ayah 29 of الرُّوم (30 : 29). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

الرُّوم Ayahs 60
Surah · الرُّوم
oromoo · Ababor
30 : 29

بَلِ ٱتَّبَعَ ٱلَّذِينَ ظَلَمُوٓاْ أَهۡوَآءَهُم بِغَيۡرِ عِلۡمٖۖ فَمَن يَهۡدِي مَنۡ أَضَلَّ ٱللَّهُۖ وَمَا لَهُم مِّن نَّٰصِرِينَ

Garuu isaan miidhaa hojjatan beekumsaan ala fedhaalee lubbuu isaanii hordofan. Nama Rabbiin jallise eenyutu isa qajeelcha? tumsitootarraa homaa isaaniif hintaane.