Skip to content
آل عِمران /

Ayah 78

3 : 78

Ayah 78 of آل عِمران (3 : 78). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

آل عِمران Ayahs 200
3 : 78

وَإِنَّ مِنۡهُمۡ لَفَرِيقٗا يَلۡوُۥنَ أَلۡسِنَتَهُم بِٱلۡكِتَٰبِ لِتَحۡسَبُوهُ مِنَ ٱلۡكِتَٰبِ وَمَا هُوَ مِنَ ٱلۡكِتَٰبِ وَيَقُولُونَ هُوَ مِنۡ عِندِ ٱللَّهِ وَمَا هُوَ مِنۡ عِندِ ٱللَّهِۖ وَيَقُولُونَ عَلَى ٱللَّهِ ٱلۡكَذِبَ وَهُمۡ يَعۡلَمُونَ

Isaan irraa garee arraboowwan isaanii kitaabaan micciirantu jira, akka isin kitaaba irraayi jettanii isa yaaddaniif jecha, inni kitaabarraayii miti.inni Rabbiin biraayi jedhu. inni Rabbiin biraayii miti. Rabbirratti kijiba Odoma beekanuu.