Skip to content
آل عِمران /

Ayah 106

3 : 106
آل عِمران Ayahs 200
3 : 106

يَوۡمَ تَبۡيَضُّ وُجُوهٞ وَتَسۡوَدُّ وُجُوهٞۚ فَأَمَّا ٱلَّذِينَ ٱسۡوَدَّتۡ وُجُوهُهُمۡ أَكَفَرۡتُم بَعۡدَ إِيمَٰنِكُمۡ فَذُوقُواْ ٱلۡعَذَابَ بِمَا كُنتُمۡ تَكۡفُرُونَ

Guyyaa fuulleen gariin addaataniifi fuulleen gariin gurraacha’an (adabamu) (dubbadhu). Warri fuulleen isaanii gurraachofte immoo “sila erga amanuu keessaniitii booda kafartanii? Waan kafaraa turtaniif adabbii dhandhamaa” (isaaniin jedhama).